Gatii Fi Yeroo Itti Xumuramu (Blog Website)

Basic Plan

➞ Blog Website dubbistootaf salphaa tahee fi ulaagaalee ijoo ta’an guuttate hojjannee siif kennina.
kuni Guyyaa 5-10 jiddutti xumurama.
Gatiin 3500 Birr


Pro Plan

➞ Blog Website dubbistootaf salphaa tahee fi ulaagaalee ijoo ta’an guuttate hojjannee siif kennina.
➞ DABALATA. website kee irraa Android App siif hojjanna. Google Play irrattis ni feena.
Kuni Guyyaa 10-15 jiddutti xumurama.
Gatiin 7500 Birr


Gold Plan

➞ Blog Website dubbistootaf salphaa tahee fi ulaagaalee ijoo ta’an guuttate hojjannee siif kennina.
➞ Website kee irraa Native App (Android & IOS) siif hojjanna. Google Play fi Apple Store irrattis ni feena.
➞ DABALATA: Website kee social media’n wal qabsiisuun, Automatic ni taasifna. Application kee irratti mala ‘push notification’ itti daballa. kan birootis…
kuni Guyyaa 15-20 jiddutti xumurama.
Gatiin 9500


  • Bilisa: Tajaajila Feete yoo filatte baasiin DOMAIN fi HOST kan waggaa tokkoo nuhirra!
  • Bilisa: Sababa Teknikaaf website/App kee hojii kan dhaabu yoo tahe ji’a 6’f deeggarsi suphuu bilisaan siif taasifama!