Dhaabbata Tajaajila Web Design fi App Development kennu Addunyaa Dijitaalaa Irratti Yaadaa fi Hawwii Kee Dhugoomsuuf Ni Hojjanna. Akka Fedha Keetiin, Kafaltii Gad Aanaan Si Tajaajilla. Ariifachiisaa Tajaajila qulqullina ol'aanaa qabu yeroo gabaabaa keessatti ni hojjanna. Deeggarsa Barbaachisaa ta'ee yoo argame, Hojiilee hojjannu hundaaf Baatii 6'f deeggarsa suphuu bilisaan taasifna. Gorsa Bilisaa Yaada kee sirraa fuudhuu qofaa miti. Hojii siif hojjatamu irratti Gorsa addaa bilisaan siif kennina. Host & Domain Tajaajila keenya kamuu yoo filatte, Baasiin Host fi Domain kan waggaa tokkoo nuhirra. 1. TAJAAJILA BLOG WEBSITE Basic Plan Pro Plan Gold Plan [Basic Plan]➞ Blog Website dubbistootaf salphaa tahee fi ulaagaalee ijoo ta’an guuttate hojjannee siif kennina.Gatii ETB: 4500 [Pro Plan]➞ Blog Website dubbistootaf salphaa tahee fi ulaagaalee ijoo ta’an guuttate hojjannee siif kennina.➞ DABALATA. website kee irraa Android App siif hojjanna. Google Play irrattis ni feena.Gatii ETB: 8500 [Gold Plan]➞ Blog Website dubbistootaf salphaa tahee fi ulaagaalee ijoo ta’an guuttate hojjannee siif kennina.➞ Website kee irraa Native App (Android & IOS) siif hojjanna. Google Play fi Apple Store irrattis ni feena.➞ DABALATA: Website kee social media’n wal qabsiisuun, Automatic ni taasifna. Application kee irratti mala ‘push notification’ itti daballa. kan birootis…Gatii ETB: 9500+ NU QUUNNAMI 2. TAJAAJILA DALDALAA Job Vacancy Website qaamni lameen (kan hojii barbaadufi kan hojjataa barbaadu irratti wal quunnaman ni hojjanna).Native App waliin dhiheessina.Gatii ETB: 12,500 E-Commerce Website daldala sarara irraa kan kafaltii (payment system) Itoophiyaatin wal simu ni hojjanna.Native App waliin dhiheessina.Gatii ETB: 15,500 Restaurant/Delivery Manneen nyaataa fi CAFE dhaf website guutuu ta'e Delivery App dhuunfaa isaa waliin ni hojjanna.Native App waliin dhiheessina.Gatii ETB: 18,500 3. TAJAAJILA GRAPHICS Logo Design Loogoo dhaabbataa fi namoota dhuunfaaf ni hojjanna.Gatii ETB: 350 - 1000 Intro/Outro Intro fi Outro dhaabbataa fi namoota dhuunfaaf ni hojjanna.Gatii ETB: 500 - 1500 Cover/Banner Social media'f cover fi banner, akkasuma book cover ni hojjanna.Gatii ETB: 200 - 800 4. TAJAAJILA ONLINE ADS Facebook/Instagram Beeksisa dijitaalaa facebook fi instagram irratti Biyya, Naannoo, fi Magaalaa Ati filattetti ni qajeelchinaGatii ETB:cost per click (CPC)cost per view CPV)+25% + 15% VAT Google/Youtube Beeksisa dijitaalaa Google fi Youtube irratti Biyya, Naannoo fi Magaalaa Ati filattetti ni qajeelchina.Gatii ETB:cost per click (CPC)cost per view (CPV)+ 25% +15% VAT Twitter Beeksisa dijitaalaa Twitter irratti Biyya Naannoo fi Magaalaa Ati filattetti ni qajeelchina.Gatii ETB:cost per click (CPC)cost per view (CPV)+ 25% + 15% VAT 5. TAJAAJILA SIISTEMA GURGUDDAA Hotel Management System Hoteelota gurguddaaf siistema tajaajila isaanii ammayyoomsu ni hojjanna.Gatii ETB: 15,000 - 100,000 Hospital Management System Hospitaalotaaf siistema tajaajila isaanii ammayyoomsu ni hojjanna.Gatii ETB: 15,000 - 100,000 School Management System Manneen barnootaaf siistema tajaajila isaanii ammayyoomsu ni hojjanna.Gatii ETB: 15,000 - 100,000 6. TAJAAJILA HOST & DOMAIN Shared Host Tajaajila web host ni kenninaGatii ETB: 700/900/1500/Year VPS Host Tajaajila maashina dijitaalaa ni kenninaGatii ETB: 750/Month Domain Tajaajila doomeenii ni kennina..com .net .org fi kanneen biroo..Gatii ETB: Host Waliin NU QUUNNAMI Previous Next Tajaajila Blog Website Tajaajila Daldalaa Tajaajila Graphics Tajaajila Online Ads Tajaajila Siistema Gurguddaa Tajaajila Host fi Domain